1 irratti ijaarate fakkaata.
27Hisqeelii Raatticha 13:10-12 Roobni roobee, lolaan lola'ee, bubbeen bubbisee, mana san dhiibe. Manni sunillee jigee akka malee bututeĀ» jedhe.
Baallii Yesuusii28 11:1; 13:53; 19:1; 26:1; Mar. 1:22; Luq. 4:32 Yesuus hennaa dubbii kana dubbatee fixe, gumiin barumsa isaa hin baaseffate.
29Yoh. 7:46 Inni akka barsiisota seera Muuse'eetitti uduu hin ta'in, akka nama baallii qabuutitti waan isaan barsiiseef.
Who We AreWhat We EelieveWhat We Do
2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.